Category: Oduu

ODUU 8/28

Tiraamp Muummicha Ministeeraa Hindii Naareendiraa Moodiif yeroo afur bilbilanis garuu Moodiin bilbila isaanii tokkollee hin deebisne. OFM:Hagayya.28/2025-Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp yeroo afur MM Hindii Naareendiraa Moodiitti bilbilan, garuu Moodiin bilbila…

ODUU 8/27

Abbaan Taayitaa Kabachiisa Dambii Magaalaa Finfinnee oofiisaroota itti gaafatamummaa seeraan itti kenname naamuusa oogummaan alaa bahatan irratti tarkaanfii fudhate. OFM:Hagayya.28/2025-Magaalaa Finfinneetti kabachiistota dambii naamuusa ogummaarra darbuun, namoota daandiirraa seeraan ala…

ODUU 8/27

Cheelsiin Liivarpuulirraa beenyaa akka barbaadu ibse. OFM:Hagayya.27/2025-Cheesliin taphataa akkaadaamii isaa kan ture Riyoo Nigoomohaan irratti beenyaa Liivarpuul gaafate. Waggaa 8 qabee akkaadaamii Cheelsii keessatti kan dabrse Riyoo Nigoomohaan bara walmorkii…

ODUU 8/27

Kooriyaan Kibbaa barattoonni manneen barnootaa keessatti bilbila akka hin qabanne dhoorgite. OFM:Hagayya.27/2025-Kooriyaan Kibbaa barattoonni barnootarra utuu jiranii bilbila akka hinfayyadamne seera dhorku raggaasisteetti. Seerri kun bara faranjootaa 2026 hojiirra ooluu…

ODUU 8/27

Balaa sigiga lafaa Godina Kambaatatti muudateen namootni lama du’anii, qabeennis mancaye. OFM:Hagayya.27/2025-Naannoo Jiddugala Itiyoophiyaa Godina Kambaataa aanaa Angaccaa ganda Zobeechotti balaa sigiga lafaa kiibxata halkan muudateen lubbuun namoota lamaa darbuu…

ODUU 8/27

Waraana Bilisummaa Oromoo fi Faannoo jidduutti mariin taasifamaa jiraachuun ibsame. OFM:Hagayya.27/2025-Gareen lameen walwaraansa dhaabuu fi waliigaltee walwaraanuu dhiisuu hin labsamne taasisanii jiru jechuun Africa Intelligence gabaaseera. Kanaafis mariin ifa hin…

ODUU 8/26

Dhaabbilee Barnootaa Dhuunfaa 290 keessaa sadii qofti ulaagaa guutan! OFM:Hagayya.26/2025-Dhaabbilee Barnootaa Ol’aanoo Dhuunfaa irra deebii galmaa’an keessaa sadii qofatu ulaagaa guute jedhe Abbaan Taayitaa Barnootaa fi Leenjii. Abbaa Taayitichatti Hoji…

ODUU 8/26

Tiraamp Waraanni Gaazaa yeroo gabaabaa keessatti xummura argata jedhan. OFM:Hagayya.26/2025-Doonaald Tiraamp Israa’elifi Hamaas jidduutti waliigalteen dhukaasa dhaabuu akka jiraatu dhiibbaa akka godhu gaafatan Bulchiinsi Beeniyaamiin Netaaniyaahuu Hamaas wajjin waliigaltee gochuun…

ODUU 8/25

Noorweeyitti Shamarreen maatii Oromoo irraa taate fi tajaajila kunuunsa daa’immaniirra hojjetaa turte ajjeefamuu miidiyaaleen biyyattii gabaasan. OFM:Hagayya.26/2025-Biyya Noorweeyitti Shamarreen maatii Oromoo irraa taatee fi tajaajila kunuunsa daa’immaniirra hojjetaa turte Dilbata…

ODUU 8/25

Moskoon Baha Afrikaa keessatti michuu tarsiimoo akkaTaanzaaniyaa hin qabu jette! OFM:Hagayya.26/2025-Doonii leenjii Smolensk qaama doonii Baaltik Raashiyaa ta’ee fi ergama leenjii fageenna dheeraa irra jirtu, daawwannaa leenjii fageenna dheeraadhaaf dhiyeessii…