Category: Oduu

ODUU/NEWS

The U.S. Treasury Department announced sweeping sanctions on Russia’s oil sector, targeting its two largest companies—Rosneft and Lukoil—in response to President Vladimir Putin’s continued aggression in Ukraine. Treasury Secretary Scott…

ODUU/NEWS

Balaa Tiraafikaa Ugaandaatti muudateen lubbuun namoota 63 darbe. OFM:Onkoloolessa.22/2025-Ugaandaa Magaalaa Kaampaalaatti balaa Tiraafikaa daandii saffisaarratti muudateen lubbuun namoota 63 darbuun himame. Balichi daandii saffisaa guddicha Guuluu jedhamurratti kan muudate ta’uun…

ODUU/NEWS

Pireezidantiin duraanii Faransaayi maallaqa miiliyoonaan Mu’aammar Gaadaafii irraa fudhataniif hidhaman. OFM:Onkoloolessa.21/2025-Pireezidaantiin duraanii Faransaay Niikoolaas Sarkooziin maallaqa hogganaa Liibiyaa duraanii Mu’aammar Gaadaafii irraa fudhachuun filannoo bara 2007 seeraan ala akka injifatan…

ODUU/NEWS

Humnoonni Faannoo Naannoo Amaaraatti bakkoota hedduu “to’achuun” gabaafame. OFM:Onkoloolessa.18/2025-Lola naannoo Amaaraa keessatti humnootii Faanoo fi loltoota mootummaa jidduutti deemaa jiruun gareen faannoo naannicha keessatti bakkoota adda addaa to’achuu jiraattoonnii fi…

ODUU/NEWS

Thousands of demonstrators across the U.S. and abroad gathered for “No Kings” rallies to protest President Donald Trump’s leadership, particularly amid an ongoing government shutdown. Protesters voiced concerns about authoritarian…

ODUU/NEWS 10/15

Tensions reignited Wednesday along the Pakistan-Afghanistan border, resulting in the deaths of civilians and military personnel and unraveling a fragile truce that followed deadly weekend clashes. The Afghan Taliban reported…

ODUU 10/14/2025

AMG Holdiingi warshaa fedhii Omisha daawwitii biyyattii 90% sagaltama guutuu danda’a jedhame ijaaruuf akka jiru ibse. OFM:Onkoloolessa.14/2025-Warshaan daawwitii fedhii omisha daaawwitii biyyattiin feetu dhibbeentaa sagaltama guutuu danda’u ijaaruuf akka jedhu…