ODUU/NEWS 10/15
Tensions reignited Wednesday along the Pakistan-Afghanistan border, resulting in the deaths of civilians and military personnel and unraveling a fragile truce that followed deadly weekend clashes. The Afghan Taliban reported…
Tensions reignited Wednesday along the Pakistan-Afghanistan border, resulting in the deaths of civilians and military personnel and unraveling a fragile truce that followed deadly weekend clashes. The Afghan Taliban reported…
AMG Holdiingi warshaa fedhii Omisha daawwitii biyyattii 90% sagaltama guutuu danda’a jedhame ijaaruuf akka jiru ibse. OFM:Onkoloolessa.14/2025-Warshaan daawwitii fedhii omisha daaawwitii biyyattiin feetu dhibbeentaa sagaltama guutuu danda’u ijaaruuf akka jedhu…
OFM:ODUU HAARAWA:Onkoloolessa.14/2025 Fincilli qeerroo Madagaaskaar pirezidaantii biyyaa hariinaan waraanni aangoo qabachuu labse! Madagaaskaritti mormii qeerroon biyyattii eegaleen pireezidaantiin biyyaa dheessuun humni waraanaa aangoo qabachuu beeysise. Akka gabaasaaleen jedhanitti Pireezidaant Raajoo’elinaa…
Baankiin Addunyaa Itiyoophiyaatti bara 2025’tti hiyyummaa dhibbentaa 43’n dabaluu danda’aa’ jedhe. OFM:Onkolookessa.13/2025-Gabaasni Baankiin Addunyaa hiyyummaa fi walqixxummaa qabeennaa ilaalchisuun tibbana baase akka tilmaama kaa’etti, Itiyoophiyaa keessatti bara 2025tti sadarkaan hiyyummaa…
Affaaritti balaa kirkira lafaan lubbuun nama tokkoo yoo darbu manneen kuma 43 ol tajaajilaan ala ta’an. OFM:Onkoloolessa.12/2025-Naannoo Affaar Godina Kaabaa Aanaa Barhaaleetti balaa Kirkira Lafaa muudateen namaafi qabeennarra miidhaan gahe.…
OFM:ODUU GADDAA:Onkoloolessa-12/2025 ••••••••••••••••••• Caffaa Roobiititti Balaa Tiraafikaa muudateen lubbuun namoota 10 darbe. Naannoo Amaaraa Godina saba Oromoo magaalaa Caffaa Roobiititti balaa tiraafikaa dhaqqabeen lubbuun namoota 10 darbe. Balichi konkolaataan deddeebisaa…
Chaayinaan saayintistoota idil-addunyaa hawwachuuf gosa viizaa haaraa ‘K Visa’ jedhamu eegalte! OFM:Onkoloolessa.11/2025-Chaayinaan dorgomtummaa addunyaa gama saayinsii fi teeknooloojiin qabdu cimsuuf sagantaa viizaa haaraa ‘K Visa’ jedhamu eegalte. Viizaan kun dargaggoota…
WFP Baqattoota Itiyoophiyaa balaan beelaa muudataa jira jechuun akeekkachiise.Murteen barnoota afaan Ge’ez manneen barnootaa naannoo Amaaraa hunda keessatti kennamu mormii cimaa muudateera.Godina Wollootti jiraattonni ummanni afaan Ge’ez dubbatu hin jiru,…
President Donald Trump announced on Truth Social that Israel and Hamas had agreed to the first phase of a peace plan aimed at ending the war in Gaza. The deal…
Mariin nagaa Israa’eliifi Hamaas ‘abdii guddaa’ kan qabu ta’uun ibsame. OFM:Onkoloolessa.08/2025-Gorsaa itti gaafatamaa biiroo siyaasaa Hamaas Taher al-Nunu akka jedhanitti, “mariisiftoonni marii kun waliigalteen gaariii waraana kanatti xummura godhu taasisuuf…