ODUU/NEWS GURAANDHALA 23/2026
Veenzuweelaa keessatti hidhamtoonni 5,000 ol dhiifama haaraa jalatti bilisa bahaa jiru. OFM:Gurraandhala.23/2026.Veenzuweelaa keessatti namoonni sababa siyaasaatiin hidhaman 1,500 ol dhiifama haaraa jalatti akka gadhiifaman iyyataniiru, kanneen dhibbaan lakkaa’aman ammoo kanaan…
