ODUU/NEWS
Somaalilaand biyyoonni 130 ol beekamtii akka kennaniif gaafatte. OFM:Caamsaa.19/2025-Pireezdaantiin Somaalilaand Abdirahmaan Mohaammad Abdullaahii biyyoota 130 ol ta’an Somaalilaandiif beekamtii biyyummaa akka kennaniif waamicha taasisaniiru. Pireezidaantichi kan kan dubbatan, Sagantaa bilisummaa…
ODUU/NEWS
Baayidan dhibee Kaansariin qabamuun isaanii dhagahame.OFM:Caamsaa.19/2025-Pireezidaantiin duraanii Ameerikaa Joo Baayidan dhibee kaansariin qabamuu waajjirri isaanii beeysiseera.Joo Baayidan dhibee kaansarii “Pirooteesti” jedhamuun akka qabamaniifi seeliin isaa gara lafee isaaniitti tatamsa’uu eerameera.Dhibeen…
