ODUU/NEWS
Raashiyaan xiyyaara imaltoota Maaleeziyaa MH17 kufeef itti gaafatamummaa fudhachuu qabdi jedha dhaabbatni aviyeeshinii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii OFM:Caamsaa.15/2025-Dhaabbanni aviyeeshinii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii balalii Daandii Xiyyaaraa Maaleeziyaa bara 2014 Yukireen gubbaatti kuffisee…
ODUU/NEWS
Raashiyaan yeroo gabaabaaf dhukaasa dhaabuun eegumsa cimaa jalatti Guyyaa Injifannoo kabajaa jirti. OFM:Caamsaa.09/2025-Wayita Yukireen magaalota Raashiyaarratti xiyyeeffachuun haleellaawwan qilleensaa gaggeessaa jirtutti Vilaadmiir Putiin kabaja Guyyaa Injifannoo dursaa jiru. Agarsiisa Red…
ODUU/NEWS
Kutaan Poolisii Niiw Yoork barattoota Falasxiin deeggaran hedduu to’annoo jala oolche. OFM:Caamsaa.08/2025-Deeggartoonni Falasxiin uggura bulchiinsi Tiraamp kaa’e mormuun mana kitaabaa Yunivarsiitii Kolumbiyaa keessa dirqaman seenaniiru. Bulchiinsi yunivarsiitichaa Kilaar Shiipmaan ibsa…
