Barachuuf gara Ispeen dhufuu dandeessu jette Ispeen. OFM:Waxabajjii.25/2025-Ispeen barattoota biyya alaa Tiraampiin US irraa dhoorgaman hawwachuuf seera viizaa salphifte jedhameera. Ispeen barattoota biyya alaa bulchiinsi pireezidaant Doonaald Tiraampiin gara US…
A new U.S. intelligence assessment from the Defense Intelligence Agency reveals that recent American airstrikes on Iran’s nuclear infrastructure caused notable damage but fell short of total destruction. The strikes…
President Trump announced that Israel and Iran have agreed to a phased ceasefire set to take full effect within 24 hours. While Iran’s foreign minister stated that Tehran would halt…
Barreessaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii “Iraan kabajamuu qabdi” jedhan. OFM:Waxabajjii.20/2025-Walitti bu’iinsi Israa’elii fi Iraan akkaataa itti mariin dhaabaturratti Jeneevatti yeroo mariin gaggeeffamaa jirutti Manni Maree Nageennaa UN ammoo dhimmuma kanarrati walgahee…
The U.S. State Department has resumed processing student visas but now requires applicants to set their social media accounts to public for review. Officials will check for posts or messages…
Ameerikaan walitti bu’iinsa Israa’elii fi Iraan jidduu seente taanan balaa ol’aanaan uumamuu danda’a jedhan Dursaan Iraan OFM:Waxabajjii.18/2025-Walitti bu’iinsa Israa’elii fi Iraan jidduutti gaggeeffamu keessatti Ameerikaan hirmaannaa waraanaa taasiifte taanaan balaa…
The Louvre, the world’s most-visited museum, faced an unexpected shutdown as staff staged a strike, protesting overcrowding, understaffing, and deteriorating working conditions. The disruption, occurring without warning, highlights the growing…
Iraan Lammii isii Israa’eliif basaasa jette du’aan adabde. OFM:Waxabajjii.16/2025-Iraan nama lammii isii dhaabbata basaasa Israa’el Moosaadiif osoo basaasuu arge jechuudhaan to’annoo jala oolchitee turte, har’a ganama du’aan adabuu isii dhaabbanni…
Former Minnesota House Speaker Melissa Hortman and her husband, Mark, were fatally shot in their home early Saturday. Just hours earlier, Sen. John Hoffman and his wife, Yvette, were also…
Balaa xiyyaaraa Hindiitti dhaqqabeen baay’inni namoota du’anii 270 ol guddate. OFM:Waxabajjii.14/2025- Sababaa balaa xiyyaaraa Hindiitti tibbana muudateen lakkoofsi namoota du’anii 270 akka gahe himameera. Balaa xiyyaaraa Hindiitti erga muudatee guyyoota…