OFM;ODUU/NEWS MUDDEE 08/2025
Hojjettoonni warshaalee huccuu mindaa gadi aanaa malees sarbama mirgaa isaan muudatuun saaxilamoodha jedhame. Kuusni Boba’aa Uumamaa Wallootti argame Qisaas-amaa turuun himame Pireezidaanti Zelensky Waliigaltee Nageennaa Ameerikaan Deeggaramu Mallatteessuuf Qophaa’aa miti…
SPORT/NEWS
FIFA has unveiled the schedule and venues for the largest World Cup ever, spanning 16 cities across the United States, Mexico, and Canada. Chief tournament officer Manolo Zubiria explained that…
OFM;ARDAA ISPOORTII MUDDEE 07/02025
Mohaammad Saalaan Liivarpuul keessatti akkan hin simatamne natti dhagahama jedhe. OFM:Muddee07/2025.Mohaammad Saalaa Piriimiyerliigii Ingiliiz keessatti tapha sadaffaa walitti aansuun teessoo jijjiirraa irratti argamuusaatiin akka mufate dubbateera. Sagantaa liigii torbee 15ffaa…
OFM;ODUU/NEWS MUDDEE 06/2025
Dhaabbanni ‘EFFORT’ mootummaan federaalaa uggura herrega baankiilee irra kaa’ee ture hatatamaan akka kaasu gaafate.Kaaba Keeniyaatti sababa hongee muudate hordofuun kutaalee bulchiinsaa 5 keessatti labsiin yeroo muddamaa akka labsamu gaafatame.Manni murtii…
OFM;ODUU/NEWS MUDDEE 05/2025
Ministeerri nageennaa biyya keessaa Kristy Noam Bulchiinsa Minesootaarratti himannaa cimaa dhiyeessan. FM:Muddee.05/2025.Walgahii Kaabinee Pireezidaantii Doonaald Tiraampiin durfamu irratti, Ministirri Nageenna Biyya keessaa Kristy Noam himannaa cimaa bulchiinsa Minnesota irratti dhiyeessan.…
OFM;ODUU/NEWS MUDDEE 05/29025
Gamtaan Awurooppaa qabeenna Raashiyaa qabachuu isaatiin doolaara biiliyoona 190 dhabuu akka malu himame. OFM:Muddee.05/2025.Lakkoofsi kun kan Sputnik daataa dhaabbilee istaatistiksii biyyaalessaa irraa argame fayyadamuun shallagame, kufaatii maallaqaa biyyoota miseensa Gamtaa…
OFM;ODUU/NEWS MUDDEE 05/2025
Pireezidaanti Donaald Tiraampi badhaasa nageennaa FIFA injifatan. OFM:Muddee.05/2025.Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi badhaasa nageennaa Waldaa Kubbaa Miilaa Addunyaa injifataniiru. Sagantaa carraa baasuu Waancaa Addunyaa 2026 har’a Ameerikaa Waashingitan DCtti gaggeeffamerratti Pireezidaanti…
OFM;ODUU/NEWS MUDDEE 04/2025
Tiraamp hoggantoota biyyoota DRC fi Ruwaandaa waliigaltee nagaa mallatteessuuf jiran simachuufi. OFM:Muddee.04/2025.Bulchitoonni Dimookiraatawa Rippaablika Koongoo (DRC) fi Ruwaandaa lola waggoota dheeraa naannicha keessa ture dhaabuuf waliigaltee nagaa mallatteessufi. Kora waliigaltee…
OFM;ODUU/NEWS MUDDEE 04/2025
MM Abiyyi Ahimadii fi ministirri dhimma alaa US Maarkoo Ruubiyaa waliin mariyatan. Boorana Aanaa Eelwayyeetti miseensi humna poolisii lammii biyya alaa imalarra ture dhaabsisee qarshii gaafate to’atame. Ministeerri nageennaa biyya…
