ODUU/NEWS

Naannawa Manneen jireennaa waliinii Mikiiliilaanditti sigiga lafaa muudateen namoonni 150 mana keesaa baafamuun gabaafame. OFM:Fulbaana.18/2025-Magaalaa Finfinnee naannoo Manneen Jireennaa Waliinii Mikiiliilaandi jedhamutti sababa sigiga lafaa muudateen namoonni 150 qa’ee isaanni…

ODUU/NEWS

Haleellaa US, Pensalveeniyaatti muudateen poolisoonni ajjeefaman. OFM:Fulbaana.18/2025-Haleellaan lubbuu poolisoota sadii galaafatee fi lama akkaan madeesse kun wayita qaamoleen nageennaa qorannoo fi sakatta’iinsa gaggeessaa turanitti raawwate jedhan aanga’oonni. Komishinarri Poolisii Bulchiinsa…

ARDAA IPOORTII

Maanchester Yunaayitid Taphaan milkii dhabus galii rikardii ta’e argate! OFM:Fulbaana.18/2025-Maanchestar Yunaayitid taphaan mikii erga dhabee bubbuluus bara darbe galii rikardii kilabichaa ta’e paawundii miiliyeena 666.5 galmeesse. Bara darbe Pirimerliigii Ingiliziin…

ODUU/NEWS

Aanaa Kiiramuutti hidhattoonni finxaaleyyii Faannoo haleellaa banuun dhagahame. Imbaasiin viizaa daawwiitiin Itiyoophiyaanota gara US da’uuf imalan akeekkachiise. Tiraamp waajjira isaaniitti gaazexessaa waa’ee qabeenna isaanii gaafateen walitti bu’an! Iraan nama Israa’el…

ODUU/NEWS

Somaaliyaatti Tiktokeroonni pireezidaantii arrabsan jedhaman hidhaman. OFM:Fulbaana.17/2025-Poolisiin Somaaliyaa namoota Tiktok hojjetan afur wayita viidiyoo shubbisaa hojjetan pireezdaantii biyyattii Hasan Sheek Mahmuud arrabsan jechuun to’ate. Viidiyoo agarsiifame keessatti dargaggoonni kunneen wallee…

ODUU/NEWS

Magaalaa Finfinnee kutaa Magaala Araadaatti balaa tiraafikaa muudateen lubbuun nama tokko darbe. OFM:Fulbaana.17/2025-Magaalaa Finfinneetti balaa tiraafikaan lubbuun nama tokkoo darbuu Koomishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee beeksise. Balaan kun guyyaa har’aa fulbaana…

ODUU/NEWS

Namoonni 20 ol ta’an Kiirk shakkamaa marii ‘Discord’ irratti gaaffii gaafatamuufi. OFM:Fulbaana.17/2025-Kaash Paatel Biiroon Qorannoo Yakkaa (FBI)n odeeffannoo marii garee ‘Discord’ bakka Taayilar Roobinsan nama dhukaasa raawwate ta’uusaa itti of…

ODUU/NEWS

Israa’el Gaazaatti ajjeechaa jumlaatiin duguuggaa sanyii raawwataa jirti jechuun UN himate. OFM:Fulbaana.16/2025-Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Komishiniin dhimma Filisxeem qoratu Israa’el lammiilee Filisxeem Gaazaa keessa jiraatan irratti yakka ajjeechaa jumlaan duguuggaa sanyii…