ODUU/NEWS ONKOLOOLESSA 29/2026

Netaaniyaahuun paartileen Arabaa filannoo Israa’el hatan jechuun himate. OFM:Onkoloolessa.29/2026.Likud paartiin Ministira Muummee Israa’el Benjaamiin Netaaniyaahuu, paartilee Arabaa biyyattii karaa gubboo, doorsisaa, hokkaraa fi filattoota waliin dha’uutiin filannoo hataniiru jechuun himate.…

ODUU GADAA

Rogeessi Miidiyaa fi namni Qabsoo Oromoo keessatti” qooda bahataa turan,Ahmad Gishee du’aan Addunyaa tanarraa lubbuun darban. Bara sirna bulchiinsa mootummaa Wayyaanee sanitti qabsoo uummata oromoo keessatti shoora ol’aanaa taphataa turan…

ODUU/NEWS ONKOLOOLESSA 22/2026

US dippiloomaatonnisii Saa’udiirraa akka bahan ajajje.Feesbuukiin fayyadamtoota ‘sobuun’ doolaara biiliyoona 25 akka kaffalu ajajameFaransaay diizila dabalataa yeroo argattutti Maakroon daawwannaa tasaa Sa’uudiitti taasisan.Puutin jaarsummaa qaama sadeessoon Yukireenii fi US waliin…