ODUU HAARAWA
OFM:BREAKING NEWS:March.14/2025 •••••••••••••••••••••• 5.2 magnitude earthquake shakes San Diego area What is an earthquake?An earthquake is caused when two blocks of Earth’s crust slip past each other on a fault…
ODUU/ISPORT
Niwukaastil Yuunayitid Maanchistar Yuunayitidiin ol’aantummaa taphaa waliin injifate. OFM:Muddee.13/2025-Pirimeerliigii Ingilaandi Torbee 32ffaa dirree isaa Sent Jaamsi Paark irratti Maanchistar Yuunaayitid kan keessummeesse Niwukaastil Yuunayitid galchii 4 fi 1 injifate. Niwukaastil…
ODUU/NEWS MUDDEE 12/2025
Ministirri Haajaa Alaa Iraan marii dhimma niikuleeraa US waliin godhamuuf Omaan galan. OFM:Muddee.12/2025-Abbas Araachii televizhinii Iraan waliin haasaa godhaniin marii US waliin Dilbata gaggeeffamu irraa ”waliigaltee haqaa” akka barbaaddu dubbatan.…
ODUU/NEWS MUDDEE 12/2025
US hoggantuu buufata waraanaa Giriinlaand Vaans ‘tuffachuu isaaniif’ hojiirraa ariite. OFM:Muddee.12/2025-Hoggantuun buufata waraanaa Ameerikaa Giriinlaanditti argamuu, erga qeequmsa itti aanaa pirezidaanti JD Vaansiin Deenmaark irratti dhiyeessan irraa of fageessuuf iimeelii…
ODUU/NEWS MUDDEE 12/2025
Itiyoophiyaan bara 2025tti biyyoota Afrikaa keessaa biyyoota waraana humna guddaa qaban keessaa tokko ta’uu ‘GFP’n ifoomse. OFM:Muddee.12/2025-Dhaabbanni Global Firepower Network Sadarkaa waraana biyyoottanii qoratu Itiyoophiyaan bara 2025tti biyyoota Afrikaa keessaa…
