Month: July 2026

ODUU/NEWS ADOOLESSA 02/2026

Biriiteen Baqattoonni birrii miliyoona 2 ol ta’u kaffaluun baasii mootumaan irratti baase akka deebisan godhamuufi. OFM/Adoolessa.02/2026.Lammiileen biyyoota garagaraa Yunaayitid Kingidam keessatti koolugaltummaan kennameef paawundii 10,000 (naannoo birrii miliyoona 2.1) akka…

ODUU/NEWS 7/1

Iraanii fi Ejensiin Annisaa Atoomikaa Idil Addunyaa (IAEA) sakatta’iinsa niwukilaraa irratti wal dhaban. OFM:Adoolessa.01/2026.Dubbi himaan Ministeera Dhimma Alaa Iraan Esmail Baghaei Daarektarri Ol’aanaa Ejensii Humna Atoomikaa Idil-addunyaa (IAEA) Raafaa’eel Giroosii…