ODUU/NEWS September 7/2026
Nepal marked a national day of mourning on Monday, thirteen days after the catastrophic Aug. 26 floods that killed more than 1,300 people across Nepal and Tibet and left around…
Nepal marked a national day of mourning on Monday, thirteen days after the catastrophic Aug. 26 floods that killed more than 1,300 people across Nepal and Tibet and left around…
Seattle police are investigating three deadly shootings that hit the Belltown neighborhood over Labor Day weekend, leaving three people dead and four others wounded. Interim Police Chief Andre Sayles said…
Lammiilee Itiyoophiyaa dabalatee injifattoonni DV Lootorii 54,000 murtee mana murtii argatan. Iraan misaa’ela farra doonii yeroo jalqabaaf Yunaayitid Isteets irratti fayyadamuu beeysifte. Keeniyaan lammiileen alaa daldala xixiqqoo akka hin hojjenne…
USn gurgurtaa meeshaa waraanaa Doolaara biiliyoona 6.1 Sa’uudii Arabiyaa, Iraaqii fi Omaaniiif raggaasifte. OFM:Fulbaana.06/2026.Baha jiddu galeessaa keessatti waldhabdeen naannoo dabalaa dhufe hordofuun mootummaan Ameerikaa gurgurtaa meeshaa waraanaa fi qarqaarsa waraanaa…
Waraanni US Iraan keessatti bakkoota xiyyeeffannoo ta’anirratti haleellaa gaggeesse. Ajajni Giddugaleessaa Ameerikaa (CENTCOM) Kiibxata har’aa haleellaa waraanaa qindoomina qabuun bakka Korporeeshinii Eegdota Warraaqsa Islaamaa (IRGC) Iraan keessatti xiyyeeffate irratti banuu…