Maaleeziyaa magaalaa Perlis keessatti Yaa’iin Hayyoota Musliimaa Afrikaa-Eeshiyaa gaggeeffamaa ture xummurame. Saawud Arabiyaan torbee tokko keessatti lammiilee Itiyoophiyaa 1,000 ol daangaa ce’an to’annaa jala oolchuu ibsite. Qondaalli Ameerikaa duraanii Awurooppaan Raashiyaa mormuuf dandeettii waraanaa hin qabdu jedhan. MM duraanii Baanglaadish murtiin du’aa itti murtaa’e.
