Itiyoophiyaan Deebii Balaaf yeroo qilleensaa Mobaayilaa fi Daataa irratti gibira %5 baafte. ONLF fi dhaabbileen sadi gamtaa ‘hiree murteeffannaa uummata Sumaalee’ jedhamu uuman. Ameerikaan “Boordii Nagaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Bakka Bu’uu danda’a” jette. Hoggantoonni Awurooppaa walgahii Daavoos irratti ejjennoo cimaa mul’isan. Raashiyaan “Biriteen Kana booda ‘Gudditti’ jedhamuu hin qabdu”jette.
