Leetenaal Jeneraal Taaddasaa Warradaa wayita mormii itti ka’ee jirutti muudama isaaniif falmanii;  waamicha aangoo gadi lakkisuus morman. Mootummaan Yuunaayitid Isteetis Chaayinaan boba’aa Iraan irraa akka hin arganne nan dhoorga jedhe! Xaaliyaaniin waliigaltee ittisaa Israa’el waliin qabdu addaan kutte! IMF Waraanni Iraan yoo itti fufe kufaatii diinagdee addunyaa fiduu mala jedhe.

Comments (0)

Your email address will not be published. Required fields are marked *