Dooktar Abiyyi Ahimad Maddisiisa anniisaa qilleensaa Asallaa eebbisiisan! Seenetiin USA waraanaa Iraan irratti kokkee wal qabaa jiru! Togoon biyyoonni miseensa UN kaartaa guddina dhugaa Afrikaa sirriitti agarsiisu akka fayyadaman gaafachuufi. Ispeen godaantota waraqaa eennummaa hin qabne walakkaa miiliyoonaa ta’aniif hayyama seeraa kennuuf socho’aa jirti. Doonii Iraan qoqqobbii Ameerikaa jalaa miliquuf tooftaa haaraa fayyadamaa akka jiran himame!.

Comments (0)

Your email address will not be published. Required fields are marked *