Qondaalonni Keeniyaafi Somaaliyaa walitti bu’iinsa Mooyyaleerratti waamicha taasisan. Tiraampiif tarkaanfiiwwan waraanaa Iraanirratti fudhatamuu malan irratti ibsi kenname. Dhaabbanni ‘BINANCE’ haleellaa Saayibariin Doolaara Ameerikaa Biiliyoona 6.3tti tilmaamamu saamame. Gabaasni duula ilaalcha sanyummaa, Islaamummaa, farra Qaatar babal’isu ifa godhe.
