MM Abiyyi Ahimed gara biyya Ertiraa waliin araarsuuf gaafatte Raashiyatti imalan. US haleellaa bidiruu qoricha sammuu namaa hadoochu irratti raawwatameen namoonni shan ajjeefaman jette. Filannoon Israa’elii fi US dhiibbaa idil-addunyaa hordofsiisaa jira. Afrikaanonni gara miiliyoona 900 ta’an ammallee Afrikaa keessatti tajaajila Intarneetaan ala tahuu gabaasni mul’ise.

Comments (0)

Your email address will not be published. Required fields are marked *