Ministirri Ittisaa US fi jillisaanii bakka yaadannoon sammuu godhamutti kolfuun isaanii mufii kaase. Ergamtoonni US Puutiin waliin Dhimma Raashiyaa fi Yukireen irratti mari’achuuf Moskoo galan. Ispeenitti Manni jireennaa fi mindaan wiirtuu lagannaa ta’e. Hogganaan Hizbullaah Bu’aan filannoo US Libaanosif gaarii ta’uu mala jedhu.

Comments (0)

Your email address will not be published. Required fields are marked *