OFM;ODUU/NEWS MUDDEE 08/2025
Hojjettoonni warshaalee huccuu mindaa gadi aanaa malees sarbama mirgaa isaan muudatuun saaxilamoodha jedhame. Kuusni Boba’aa Uumamaa Wallootti argame Qisaas-amaa turuun himame Pireezidaanti Zelensky Waliigaltee Nageennaa Ameerikaan Deeggaramu Mallatteessuuf Qophaa’aa miti…
