ODUU/NEWS EBLA 07/2026
Yakka daddabarsa namootaa ol’aanaan barbaadamaa kan ture Yitibaarak Daawiit waahillaan isaa waliin to’atame! Muummeen Ministiraa Abiyyi “Gabaasa Waggaa” Leetenaal Jeneraal Taaddasaa Warradaa fudhachuu fi “bu’aalee gabaasichaa” irratti mari’achuu isaanii ibsan.…
