ODUU/NEWS
OFM:Sadaasa.07/2025-Biyyoonni Addunyaa 64 waancaa Bara 2030 dhufu irratti hirmaachuuf kan yaadame ta’uun ibsame. Waldaan Federeeshinoota Kubbaa Miilaa Addunyaa FIFA’n baay’ina biyyoota waancaa Addunyaa irratti hirmaatanii gara 64tti guddisuuf yaada qabaachuun…
