ODUU/NEWS Sadaasa 20/2025
MM Dr Abiyyi Ahmad Bulchiinsi Yeroo Tigraay hanga filannoo dhufuutti akka turuu fi jijjiiramni hoggansaa jiraachuu akka malu dubbatan OFM:Sadaasa.20/2025-Walgahii idilee Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa har’a gaggeeffame irratti argamuun…
