ODUU/ONKOLOOLEESSA 10/2025
WFP Baqattoota Itiyoophiyaa balaan beelaa muudataa jira jechuun akeekkachiise.Murteen barnoota afaan Ge’ez manneen barnootaa naannoo Amaaraa hunda keessatti kennamu mormii cimaa muudateera.Godina Wollootti jiraattonni ummanni afaan Ge’ez dubbatu hin jiru,…
OFM;ODUU/NEWS ONKOLOOLESSA 06/2025
heekni Kabajamaa fi Geggeessaan Hawaasaa Sheek Gunjaa Roobalee Aanaa Martiitti Ajjeefaman. Waldaan Barsiisota Itiyoophiyaa Ogummaan Barsiisummaa deeggaruun filatamaa akka ta’u gochuu qabna jedhe. Waldaa Barsiisota Itiyoophiyaa. Tiraamp mariisistoonni marii nagaa…
ODUU/NEWS ONKOLOOESSA 02/2025
Puutiin “Dargaggoonni hundi gara adda waraanaa Biyya Abbaa Raashiyaa ykn du’aatti” jechuun waamicha godhan.OFM:Onkoloolessa.02/2025-Miseensota NATO waliin wal dhabdee keessa kan jirtu Raashiyaan, abbaa biyyummaa isii kabachiisuuf wixinee waraanaa seenaa isii…
ODUU/NEWS
Ministeerrri Geejjibaa Ayyaana Irreessaaf hanqinni geejjibaa akka hin muudanneef qophiin taaasifame jedhe. OFM:Onkoloolessa.01/2025-Ministeerri Geejjibaafi Loojistiksii Ayyaana Irreessaaf hanqinni geejjibaa akka hin muudanneef qophii barbaachisaan taasifameera jedhe. Gorsaan Ministir Deetaa Ministeera…
