WFP Baqattoota Itiyoophiyaa balaan beelaa muudataa jira jechuun akeekkachiise.
Murteen barnoota afaan Ge’ez manneen barnootaa naannoo Amaaraa hunda keessatti kennamu mormii cimaa muudateera.Godina Wollootti jiraattonni ummanni afaan Ge’ez dubbatu hin jiru, ummanni dirqiin afaan hawaasa dubbatu hin qabnee fi du’e akka baratu yaaluun sirrii miti jedhan.
Koreen Badhaasa Noobeelii, Tiraamp maalif akka hin badhaafamne deebii kenne.
Niikoolaas Maaduroo Lammiin Veenzuweellaa kamiyyuu doorsisaa fi sodaachisa Ameerikaa hin sodaatu jedhan.
