ODUU/NEWS

A 16-year-old student at Silas High School in Tacoma, Washington, was arrested for allegedly pointing a loaded semiautomatic pistol at another student on school grounds. The Tacoma Police Department responded…

ODUU/NEWS

Dhaabbanni Ellen Max’ SpaceX magaalaa of danda’e ta’uuf deema. OFM:Caamsaa.08/2025-Ellen Field, kan fiixee kibba Teksaas keessatti argamtu, magaalaa of danda’ee ‘Starbase’ jedhamtu, dhaabbata dhaabbatichaa SpaceX jedhamu akka taate himama. Filattoota…

ODUU/NEWS

Kutaan Poolisii Niiw Yoork barattoota Falasxiin deeggaran hedduu to’annoo jala oolche. OFM:Caamsaa.08/2025-Deeggartoonni Falasxiin uggura bulchiinsi Tiraamp kaa’e mormuun mana kitaabaa Yunivarsiitii Kolumbiyaa keessa dirqaman seenaniiru. Bulchiinsi yunivarsiitichaa Kilaar Shiipmaan ibsa…

ODUU/NEWS

Ameerikaan Huutiin loluu akka hin barbaannee fi haleellaa Yaman irratti raawwataa turte akka dhaabdu himte. OFM:Caamsaa.07/2025-Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp gareen Huutii ‘Harka kennateera’ waan ta’eef, Ameerikaan Huutii irratti duuluu ni…

ISPORTI/NEWS

Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan PSGn xummuraaf darbe. OFM:Caamsaa.08/2025PSG’n Arsenaal injifachuun xummuraa Waancaa Shaampiyoonsi liigii Awurooppaaf gahe. Tapha deebii Walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a taphatameen PSGn Arsenaal injifachuun xummuraaf darbe. Tapha…

ODUU/NEWS

Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan PSGn xummuraaf darbe. OFM:Caamsaa.08/2025PSG’n Arsenaal injifachuun xummuraa Waancaa Shaampiyoonsi liigii Awurooppaaf gahe. Tapha deebii Walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a taphatameen PSGn Arsenaal injifachuun xummuraaf darbe. Tapha…

ODUU/NEWS

Tensions between India and Pakistan have escalated following India’s missile strikes on alleged militant sites in Pakistan. India claims it targeted nine locations linked to planned terrorist attacks against India,…

ODUU/NEWS

Pireezidaantiin Burukiinaa Faasoo ennullee yaalaaf biyya alaa hin deemu jedhan. OFM:Caamsaa.05/2025-Pireezidaantiin Ibraahim Tiraa’oree kilinika socho’aa 15 kan jalqaban yoo ta’u, ”lammiileen bakka hundatti argaman tajaajila yaalaa argachuu qabu” jedhan. Baadiyyaa…