USn yeroo waggaa lama hin guunne keessatti viizaa 300,000 haquu himte. Huutiin wiirtuu leenjii loltoota mootummaa Yaman haleeluun namoota 73 ajjeese. Haleellaan diroonii waraanni Suudaan raawwate namoota 300 ajjeese Iraan ammas hanga fedhiin isii eegamutti US waliin mariin akka hin jirre ibsite.

Comments (0)

Your email address will not be published. Required fields are marked *