Barattoonni Musliimaa Dirree Barnoota irraa dhiibamaa jiru jedhe Majlisni Federaalaa. Yuunivarsiitiiwwan biyyatti garagaraa keessatti barattoonni mormii sagantaa minisiteerrii barnootaa baasee falmuu itti fufan. Manni Maree Nageennaa UN karoora Tiraamp Gaazatti nagaa buusuuf baasan deeggare. Pirezidaantiin Tanzaaniyaa intalasaanii fi soddaasaanii ministiirota gochuun muudan.
