Ajajaan waraanaa US MM Dr.Abiyyii fi F/Maarshal Biraanuu waliin mariyatan. Ertiraan ‘Hawwiin ulaa galaanaa Itiyoophiyaa aggaammii walabummaa kiyyarratti dhufedha’ jette. Chaayinaan Jaappaan akeekkachiifte: Misaa’ela naannoo Taayiwaanitti bobbaasuun ‘balaa guddaa qaba’. Taayilaanditti balaa lolaa bishaaniitiin namootni 33 lubbuu dhaban.
