MM Abiyyi Ahimadii fi ministirri dhimma alaa US Maarkoo Ruubiyaa waliin mariyatan. Boorana Aanaa Eelwayyeetti miseensi humna poolisii lammii biyya alaa imalarra ture dhaabsisee qarshii gaafate to’atame. Ministeerri nageennaa biyya keessaa Kristy Noam Bulchiinsa Minesootaarratti himannaa cimaa dhiyeessan. Israa’el lammiileen Gaazaa gara Masrii akka imalan hayyamuuf daandii Raafaa banuufi. Xiyyaara Maleezhiyaa achi buuteen dhabame barbaaduun akka haaraatti jalqabe.

Comments (0)

Your email address will not be published. Required fields are marked *