Gamtaa Mootummootaatti Koreen mirga daayimmanii Itiyoophiyaa keessatti miidhaa daa’imman irratti raawwatamaa jiru irratti yaaddoo qabaachuu ibse. Faransaay Afrikaa akka mooraa duubaa isiitti kan ilaaltu yoo ta’u, Raashiyaan ammoo filannoowwan nageennaa haaraa dhiyeessaa jirti jedhan ogeessi Itiyoophiyaa. Tiraamp viidiyoo Baraak fi Misheel Obaamaa jaldeessa fakkeessee agarsiisu erga maxxansee booda haqe Tiraamp ajaja hojii raawwachiiftuu biyyoota Iraan waliin daldalan irratti taarifa cimaa kaa’u mallatteessan! Waliigalteen to’annoo nukilaraa xumuramnaan, US waliigaltee haaraan biyyoota kaan hirmaachise haa mallatteessinu jette

Comments (0)

Your email address will not be published. Required fields are marked *