US sababa waraana Iraaniin hanqinni meeshaalee waraanaa murteessoo muudate.
Dhaabbileen basaasaa biyyoota dhihaa balaa saayibarii Iraan mormitoota irratti akka xiyyeeffatu akeekkachiisan.
Sa’udiin diroonii Huutii Makkaa haleeluuf turte qoladhe jette.
Deenmaark dooniin waraanaa Raashiyaa heelikooptara waraanaakootti dhukaase jette
