Raashiyaan muddama Itiyoophiyaafi Ertiraa jaarsummaan furuuf gaaffii dhiyeessite. Tiraamp Aangoo pireezidaantummaa isaanii fayyadamuun qoqqobbii hedduu Raashiyaa irraa kaasan. Ogeeyyiin Riqichi daangaa Chaayinaa fi Kooriyaa Kaabaa daldala guddisuuf waan guddaa hojjechuu dhiisuu mala jedhu. G7 Haleellaa Saayibarii AI’n Deeggaramu Ittisuuf Shaakala waliinii gaggeessuuf waliigale.
