Mootummaan Federaalaa hanga filannoon naannoo gaggeeffamutti “Tigraay guutuu akka bulchu” himame.
Seneterri paartii Rippabilikaan walii galteen diizilaa Tiraamp seeraan ala ta’uu akka malu dubbatan.
Kooriyaan Kaabaa misaa’ela balistikii hedduu gara galaanaatti dhukaaste.
Haleellaa lamaffaa Huutiin buufata xiyyaaraa Riyaad irratti gaggeesseen namni tokko du’ee, 11 madaa’an.

Comments (0)

Your email address will not be published. Required fields are marked *