ODUU/NEWS EBLA 09/2026
Mariin Nagaa Islaamaabaad keessatti taasifamuuf ture addaan cituun dhagahame! Dhaabbanni oduu Iraan Tasnim akka gabaasetti, jilli Iraan magaalaa guddoo Paakistaan Islaamaabaad ga’uu isaa gabaasni dhiyaate “soba” ta’uu fi mariin kun…
