Category: Oduu

ODUU/NEWS

US Bara 2016 fi 2026 jidduutti Viizaan 200,000 kenname haqamuufi! OFM:Hagayya.26/2026.Bulchiinsi Tiraampi karoora viizaa 200,000 bara 2016 hanga 2026 jidduutti kenname haquuf qabu xummureera. Viizaa lammiilee biyya alaa hanga kuma…

ODUU/NEWS

Tiraampi dhootuuwwan hedduun Hulaa Hormuuz keessaa qulqulleeffamuu ibse. OFM:Hagayya.26/2026.Pireezidaantiin US Doonaald Tiraampi Humni Galaanaa Ameerikaa meeshaalee waraanaa balaafamoo Hulaa Hormuuz keessaa qulqulleessuu ibse. Iraan erga waraanni Baha Jiddugaleessaa eegalee ulaa…

ODUU/NEWS HAGAYYA 24/2026

Chaayinaan duula dhiibbaa Yunaayitid Isteets Iraan irratti taasiftu kufaa goote. OFM:Hagayya.24/2026.Chaayinaan tattaaffii Ameerikaan qoqqobbii diinagdee Iraanirratti kaa’uuf taasiftu mormuun, qoqqobbii fi dhiibbaan waldhabdee kana hin furu jette. Dubbi himaan Ministeera…