Category: Oduu

ODUU/NEWS

MM UK alaabaa keenna hokkoraaf dabarsinee hin kenninu jedhan. OFM:Fulbaana.15/2025-Ministirri Muummee Yunaayitid Kingidam Sar Kiir Istaarmar, Biriiteen alaabaa isii kanneen mallattoo hokkoora, sodaa fi garaagarummaa gochuun fayyadamuu barbaadaniif dabarsite hin…

ODUU/NEWS

Qotee bulaan tokko waggaa 16 seera baratee dhaabbata mootummaa mana murtii irratti injifate. OFM:Fulbaana.15/2025-Qonnaan bulaan Chaayinaa Waang Enlin jedhamu waggoota 16f seera barachuun himata dhaabbata keemikaalaa mootummaa faalama naannootiin irratti…

ODUU 9/13

Bu’aan qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa boru ifooma. OFM:Fulbaana.13/2025-Bu’aan qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2017 boru ifooma. Qabxicha ilaalchisee boru waaree booda sa’aatii 10:00: eegalee ibsi kan kennamu ta’uu…

ODUU 9/13

Balaa Tiraafikaa Gujiitti muudateen namootni sadii du’an, 35 miidhaan irra gahe. OFM:Fulbaana.13/2025-Godina Gujii seensa magaalaa Adoolaa Waayyuutti ganama har’aa Balaa konkolaataa muudateen lubbuun namoota sadii battalumatti yoo darbu, namoota 35…

ODUU 9/13

Huutiin “Kaayyoon keenna Israa’el keessatti galma ga’eera” jedhe. OFM:Fulbaana.14/2025-Gareen Hidhattoota Huutii Yaman bakka waraana Israa’el irratti xiyyeeffachuun haleellaa gaggeessuu beeysisaniiru. Dubbi himaan waraana Huutii Yahya Saaree Duula lama keessatti ejjennoowwan…

ODUU/NEWS FULBAANA 12/2025

Bulchiinsi Tirampi ajaja labsii US Kaaba Itiyoophiyaarratti bara bulchiinsa Baayidan baaste akkuma jirutti akka itti fufu murteesse OFM:Fulbaana.12/2025-Bulchiinsi Pireezdaantii Doonaaldi Tirampi ajaja labsii Yuunaayitid Isteetis rakkoo nageennaa Kaaba Itiyoophiyaa ilaaluun…

ODUU/NEWS

Fulbaana 11: Taatee sa’aatii 8 seenaa Ameerikaa keessatti yaadatamaa hafe! OFM:Fulbaana 11, 2001, Ameerikaatti guyyaa idilee hin turre. Yerichi yeroo murteessa seenaa Ameerikaa fi Addunyaa keessatti yeroo hundaa yaadatamu fuula…

ODUU 9/10

SIRNA RUBBOO: Gulantaa walbaruu hiriyoota fi shaakala aangoo Gadaa Oromoo Karrayyuu OFM:Fulbaana.10/2025-Karrayyuu gosa Dullachaa fi Baasoo kanneen sadarkaa Rubboo gahan baatii Adoolessaa fi Hagayyaa raamaaf bobba’u. Miseensaa fi Shaayii Rubboo…

ODUU 9/10

US haleellaa Israa’el Kaataritti raawwatteetti hin gammanne’ jette. OFM:Fulbaana.10/2025-Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp haleellaa qilleensaa Israa’el Kaatar irratti raawwatte ilaalchisee ” itti hin gammanne” jechuun ibsan. Haleellaan kun ”kaayyoo Israa’eel ykn…

ODUU 9/10

Ragaaleen miliqanii bahan dhaabbanni Chaayinaa teeknoolojii hordoffii fi gulaalliif oolu, gara Itiyoophiyaa ergaa turuu saaxilan. OFM:Fulbaana.10/2025-Ragaaleen miliqanii bahani, dhaabbanni Chaayinaa teeknooloojii saansura interneetiif hojiirra oolan gara Itiyoophiyaa, Miinmaar, Paakistaanii fi…