Tiraamp Carraan Iraan irratti haleellaa dabalataa raawwachuu ‘baay’ee xiqqaadha’ jedhan. 

Lammiileen US kaadhimamtoota waraana deeggaran 3-1n carraan deeggaruu isaanii xiqqaa tahuu qorannoon ifa godhe. Jeettiin Xayyaaraa Iccitii Raashiyaa Qoqqobbii US jalatti argamu lafa Israa’el qubachuun ijoo dubbii ta’e. 

Gareen mirga namoomaa Senegaal  bidiruun dhidhimuun lubbuu namootaa darbuu hordofee mootummaan tarkaanfii akka fudhatu gaafate.

Comments (0)

Your email address will not be published. Required fields are marked *