tiyoophiyaa fi Ertiraan loltoota daangaarra qubsiisuun sodaa waraanaa cimse.
Hakeem Jeffries Af-yaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota U.S. ta’uun ifatti filatame.
Tiraampii fi Shiin marii isaanii addatti taasisaniin.
Haleellaa xiyyaaraa Raashiyaan Yukireen keessatti raawwatte yoo xiqqaate namoota shan galaafate.
Yukireenii fi biyyoonni Awurooppaa marii Tiraamp, Shii fi Puutiiniin yaadda’an.
