Koreen Godina Arsiitti Rakkoo muudatee ture akka qulqulleeffatuuf hundaa’e gabaasa isaa jalqabaa ifoomse. Itiyoophiyaan yaa’ii jijiramaa haala qilleensaa 32ffaa akka keessummeessitu filatamte. Tiraamp Ameerikaan milkaa’ina Sooriyaaf waan dandeessu maraa ni taasisti jedhan. Dubartiin Chaayinaa biitkooyinii paawundii biiliyeena shan baasu saamuun Landanitti badde hidhaan itti muramuufi.

Comments (0)

Your email address will not be published. Required fields are marked *