Mootummaan Tasgabbii gabaa uumuuf task force daldala biyyoolessaa hundeessuu akka qabu gaafatame! Sa’udiin lammiilee Itiyoophiyaa torbee darbe keessa seeraan ala gara biyyaatti galuuf yaalaa turan to’annaa jala oolchite! US fi Iraan waliigaltee dhukaasa dhaabuu guyyoota 45 taasisuuf deemu! Kooriyaan Kaabaa deeggarsa misaa’elaa Iraaniif taasisaa akka jirtu himame! Jiddugaleessa galaana Meditiraaniyaanii keessatti bidiruun godaantoota feetee turte garagaluun lubbuun namoota 70 olii darbe.

Comments (0)

Your email address will not be published. Required fields are marked *