Lammiilee Itiyoophiyaa dabalatee injifattoonni DV Lootorii 54,000 murtee mana murtii argatan. Iraan misaa’ela farra doonii yeroo jalqabaaf Yunaayitid Isteets irratti fayyadamuu beeysifte. Keeniyaan lammiileen alaa daldala xixiqqoo akka hin hojjenne tarkaanfii fudhachuu eegalte. Biyyoonni Arabaa fi Islaamaa buqqa’iinsa gaazaa balaaleffachuun ibsa waloo baasan.
