Qaatar, Jaappaan fi Raashiyaan haala nageenna Itiyoophiyaa irratti ibsa kennan!!
Shakkamtuu dhukkubsataa hospitaala jiru irraa hattu poolisiin badii 65’nin himate.
Rippabiliika Dimookiraatawaa Koongoo keessatti bidiruun erga garagaltee booda yoo xiqqaate namoonni 12 du’anii, kudhanootaan ammoo achi buuteen isaanii dhabame
Iraan Waraanni kun kan dhaabbatu marii qofaani jette.
Qondaalli Kuubaa tarkaanfii waraanaa US fudhachuu dandeessu balaaleffate.
Tajaajila Humna Ibsaa addaan citeefi ollaa barbadaaye: Suudaanitti buqqaatonni hedduun qe’eetti deebi’an magaalaa Kaartuum kan jireennaaf hin mijanne ta’uu argaa jiran.
