ODUU/NEWS FULBAANA 12/2026
Yaa’iin 18ffaa Hoggantoota BRICS guyyoota lamaaf turu har’a Hindii Niiw Deelhiitti akka jalqabu ibsame. USn uggura humna galaanaa isii yoo kaafte Iraan Strait of Hormuz deebiftee banuuf Teehiraan qophiidha jette.…
Yaa’iin 18ffaa Hoggantoota BRICS guyyoota lamaaf turu har’a Hindii Niiw Deelhiitti akka jalqabu ibsame. USn uggura humna galaanaa isii yoo kaafte Iraan Strait of Hormuz deebiftee banuuf Teehiraan qophiidha jette.…
Burukiinaa Faasoon qorichi aadaa dabalataan manneen qorichaa keessatti akka gurguraman murteessite. OFM:Fulbaana.09/2026.Waggoota kurnan lamaan darbaniif fayyaan lammiilee Afrikaa warshaalee warra dhihaa fi maallaqa biyya alaa waliin hidhamee ture. Qorichi aadaa…
Nepal marked a national day of mourning on Monday, thirteen days after the catastrophic Aug. 26 floods that killed more than 1,300 people across Nepal and Tibet and left around…
Seattle police are investigating three deadly shootings that hit the Belltown neighborhood over Labor Day weekend, leaving three people dead and four others wounded. Interim Police Chief Andre Sayles said…
Lammiilee Itiyoophiyaa dabalatee injifattoonni DV Lootorii 54,000 murtee mana murtii argatan. Iraan misaa’ela farra doonii yeroo jalqabaaf Yunaayitid Isteets irratti fayyadamuu beeysifte. Keeniyaan lammiileen alaa daldala xixiqqoo akka hin hojjenne…
USn gurgurtaa meeshaa waraanaa Doolaara biiliyoona 6.1 Sa’uudii Arabiyaa, Iraaqii fi Omaaniiif raggaasifte. OFM:Fulbaana.06/2026.Baha jiddu galeessaa keessatti waldhabdeen naannoo dabalaa dhufe hordofuun mootummaan Ameerikaa gurgurtaa meeshaa waraanaa fi qarqaarsa waraanaa…
Waraanni US Iraan keessatti bakkoota xiyyeeffannoo ta’anirratti haleellaa gaggeesse. Ajajni Giddugaleessaa Ameerikaa (CENTCOM) Kiibxata har’aa haleellaa waraanaa qindoomina qabuun bakka Korporeeshinii Eegdota Warraaqsa Islaamaa (IRGC) Iraan keessatti xiyyeeffate irratti banuu…
GIA fi Gubelin Gem Lab Madda Haaraa Turmaline Kooppaar-Bearing Itiyoophiyaa irraa tahuu mirkaneessan.Hojjetaan Waayit Haawus duraanii haasaa Tiraampi irratti qarshii qabsiise $172,000 akka kaffalu ajajame.Manni murtii uggurri mirga dhalootaa lammummaa…
President Donald Trump announced that the United States has reached an agreement giving it majority control over roughly 65 billion barrels of Venezuela’s proven oil reserves. He said the deal…