ODUU/NEWS ONKOLOOLEESSA 17/2025
Waldhabdeen naannolee Somaalee fi Oromiyaa, Cinaaksanitti irra deddeebiin mul’ata furmaata dhabe! Naannoo Amaaraatti angawaan mootummaa ajjeefaman Mormii qeerroo Madakaaskar booda qondaalli waraanaa pireezidaantii ta’uun kakuu seene.
