Oduu/News
Af-yaa’iin Paarlaamaa Iraan tooftaan US “Dippilomaasii Tiyaatiraa” jechuun himatan. OFM:Hagayya.08/2026.Marii biyyattii keessatti gahee ol’aanaa kan taphatan Af-yaa’iin Paarlaamaa Iraan Mohammad Bagher Qalibaf, mala dippilomaasii Ameerikaan “tiyaatira” jechuun cimsanii balaaleffataniiru. Qalibaf…














