ODUU/NEWS GURAANDHALA 05/2026
Ministirri Dhimma Alaa Iraan “Mootummaan Jarmanii duubatti harkifamaa jira” jechuun Chaansilara Jarmanii qeeqan. OFM:Gurraandhala.05/2026.Hariiroon Iraanii fi biyyoota Awurooppaa keessattuu Jarman jidduu jiru sadarkaa gadi aanaa yeroo kamiyyuu irra gaheera. Ministirri…
