NEWS/SPORT
Arsenaal Kiristaal Paalaasiin Injifate. OFM:Onkolooleessa.26/2025-Piriimeer Liigii Torbee 9ffaa har’aatiin Arsenaal galchii 1 fi 0n Kiristaal Paalaas injifateera. Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 9ffaa guyyaa har’aa taphatameen, Arsenaal Kiristaal Paalaas injifachuun…
ODUU/NEWS ONKOLOOLEESSA 24/2025
Tiraamp marii daldalaa Kanaadaa wajjin qaban hunda adda kutan. OFM:Onkoloolessa.24/2025-Pireezidaantiin Ameerikaa Donaaldi Tiraamp marii daldalaa Kanaadaa wajjin taasifamu mara hatattamaan dhaabuu himan. Miidiyaa hawaasaa isaani Truth Social jedhamu irratti Kanaadaan…
SPORT/NEWS
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a Riyaal Maadriid fi Juuveentuus jidduutti taasifama. OFM:Onkoloolessa.22/2025-Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 3ffaan taphni har’a Riyaal Maadriid Juuveentuus keessummeessu ni eegama. Taphoota marsaa 3ffaa guyyaa 2ffaan…
ODUU/NEWS ONKOLOOLEESSA 22/2025
Barattoonni Yuunivarsiitii Amboo Mooraa Haacaaluu Hundeessaa hiriira balaaleffannaa taasisan. Itiyoophiyaan konkolaattota gurguddaa gaazii ummamatiin hojjetan gara biyyatti galchuu akka jalqabdu beeysifte. Tiraamp ‘walga’ii gatii hin qabnetti yeroo kiyya hin gubu’…
ODUU/NEWS
Pireezidantiin duraanii Faransaayi maallaqa miiliyoonaan Mu’aammar Gaadaafii irraa fudhataniif hidhaman. OFM:Onkoloolessa.21/2025-Pireezidaantiin duraanii Faransaay Niikoolaas Sarkooziin maallaqa hogganaa Liibiyaa duraanii Mu’aammar Gaadaafii irraa fudhachuun filannoo bara 2007 seeraan ala akka injifatan…
