Author: Abdella Gemmedu

ODUU/NEWS

Tensions between India and Pakistan have escalated following India’s missile strikes on alleged militant sites in Pakistan. India claims it targeted nine locations linked to planned terrorist attacks against India,…

ODUU/NEWS

Pireezidaantiin Burukiinaa Faasoo ennullee yaalaaf biyya alaa hin deemu jedhan. OFM:Caamsaa.05/2025-Pireezidaantiin Ibraahim Tiraa’oree kilinika socho’aa 15 kan jalqaban yoo ta’u, ”lammiileen bakka hundatti argaman tajaajila yaalaa argachuu qabu” jedhan. Baadiyyaa…

ODUU/NEWS

Yakkamaan daa’ima waggaa 6 ajjeese hidhaa waggaa 53 itti murtaa’e. OFM:Caamsaa.03/2025-Yunaayitid Isteetis magaalaa Ilinois keessa kan jiraatu namni umriin isaa 73 Joseph Chouba, daa’ima Wade Al Fayoum, lammii Ameerikaa daa’ima…

ODUU/NEWS

The White House recently held a series of influencer briefings, inviting social media personalities and independent media figures to engage with the administration. While the press secretary, Karoline Leavitt, framed…

ODUU/NEWS

Michael Gloss, the 21-year-old son of Juliane Gallina, a senior CIA official, tragically passed away during the Ukraine conflict in 2024. Gallina’s family revealed that Michael had faced mental health…

ODUU/NEWS

Gaazexeessaan lammii Falasxiin haadha warraa fi intala isaa waliin ajjeefame. OFM:Muddee.25/2025-Gaazexeessaan lammii Falasxiin Sa’iid Abu Hasanein haadha warraa fi intala isaa waliin haleellaa qilleensaa Israa’el magaalaa Gaazaa Deir al-Balah keessatti…

ODUU/NEWS

Raashiyaan meeshaa waraanaa fi loltoota gara Burkina Faasootti erguuf karoora qabaachuun isii gabaafame. OFM:Muddee.25/2025-Yaaliin fonqolcha mootummaa tibbana mootummaa biyyoota dhihaatiin deeggaramuun raawwatame hordofuun, hogganaan dargaggeessa Ibrahim Traore pireezdaantii Raashiyaa Vilaadmiir…

ODUU/NEWS

Ameerikaan adda isii Chaayinaa dura dhaabbatuu hin dandeessu” jedhan Itti aanaan ministeera haajaa alaa Ameerikaa duraanii. OFM:Muddee.24/2025-Ameerikaan qormaata Chaayinaadhaan isii muudate qolachuuf michoota idil-addunyaa waliin qabdu cimsuu qabdi jedhan Ministirri…

ODUU/NEWS

Kirkirri Lafaa rektar iskeelii 6.2tti galmaa’e Istaanbulitti muudate. OFM:Kirkirri Lafaa rektar iskeelii 6 tuqaa 2tti galmaa’e Tarkiyyee Istaanbulitti har’a muudateera. Kirkira Lafaa har’a waaree booda muudateen jiraattonni Istaanbulii fi naannawa…